Dhagna-qabaan aadaa durii keessa waan dalagamaa turee dha. Tahe jedhamee dhagna hormaataa dhalaa irraa muruu yokan akka dhalootaan ture irraa geddaruu (altering) dha. Dhagna-qabaan dhalaa al tokko tokko Qaama Hormaataa Dhalaa Muruu yookaan Qaama Hormaataa Dhalaa irraa hallaguu (mutilation) jedhama. Dhagna-qabaan dubartootaa fi dubraaf faayidaa fayyaa hin qabuuf. Caalaattuu fayyummaa qaama hormaataa irratti rakkoo fayyaa itti fida. Hawaasota dhagna-qabaa dhalaa akka duriitti shaakalaa jiraniif dhalaa, dardara fi dhiirotaaf sagantaaleen isaan waliin dalagu Australia keessa ni jira.
Dhagna-qabaan dhalaa hamma hidhaa waggaa 21 adabsiisuu danda’a.
Dhalaa dhagna qabuun dhibee fayyaa kan yeroo gabaabaa fi dheeraa qabaata. Kunis:
Dhgna-qabaan dhalaa maal irraa akka madde hin beekamu; amantii waliinis wal hin qabatu. Gosni dhagna-qabaa hawaasotaa fi gosoota gidduutti adda adda. Biyyootni addunyaa dalagaa akkasii kana dhorkanii seeraan ala tahuu isaas beeksisanii jiran. Nuti illee waa’ee gochaa aadaa keenyaa dubbachuu fi mariyachuun barbaachisaa dha. Aadaa keenya ni jaallanna, ammo gochaa miidhaa fidu of boodatti dhiisuu dandeenya.
Qaama dhalootaa keenya to’achuu fi tiksachuuf nuti hundi kabajaa fi ulfinaan ilaalamuu qabna. Dhagna-qabaa dhalaa ilaalchisees gargaarsi, gorsii fi odeeffannoo godinaalee Australia hunda keessa ni jira. Kanneen naannoo keetii tajaajila siif kennan armaan gadii kana laali:
Linda George
Qindaala Barsiistuu Fayyaa Hawwanii
NSW Education Program on FGM
Bil: 02 9840 3910
linda.george@health.nsw.gov.auKirsten Thompson
Nersii
Family Planning & Welfare
Bil: 08 8948 0144
kirsten.thompson@fpwnt.com.auOdette Tewfik
Qindeessituu Hamilata Fayyaa Dubartoota Aad-danuu
True: Relationships & Reproductive Health
Bil: 07 3250 0250
odette.tewfik@true.org.auXavier Lane-Mullins
Hojjattuu Dagaagina Hawaasaa
Red Cross
Bil: 03 6235 6001
xlanemullins@redcross.org.auMichou Kadima
Hojjattuu Dagaagina Hawaasaa
Red Cross
Bil: 03 6326 0400
mkadima@redcross.org.auKim Voss
Hojjattuu Gamtoomaa
Women’s Health Central
Bil: 08 8444 0700
kim.voss@health.sa.gov.auMedina Idriess
Hojjattuu FARREP
Multicultural Centre for Women’s Health
Bil: 1800 656 421
medina@mcwh.com.auCarol Kaplanian
FGM & FDV Research
Qorannoo FGM fi FDV Qondaala Hamilataa
Women and Newborn
Health Service
Bil: 08 9340 1557
carol.kaplanian@health.wa.gov.auCopyright © NETFA 2016
Contact Us |
www.netfa.com.au |
www.mcwh.com.au